Abinet Agonafir - Yekeresh ymeslegnal - new music 2023
We have held discussions with manufacturers and importers on tax issues.
To continue strengthening the service improvement and reform works that we have done in our discussion and which have started to bring about change; We also agreed that paying taxes is not only a pleasure but also a duty, so in order to fulfill this properly, we should work closely with the tax collector, give due respect and take instructive action against the traders who hide taxes and do not fulfill their obligations.
Dhimma gibiraa irratti oomishtootaa fi Warra biyya alaa galchan waliin marii adeemsifneerra.
Hojiiwwan fooyya'insa tajaajilaa fi haaromsaa marii keenya keessatti hojjannee fi jijjiirama fiduu eegalan cimsu itti fufuuf; Akkasumas gibira kaffaluun fedhiin qofa osoo hin taane dirqama ta'uu isaa irratti walii gallee waan ta'eef kana sirnaan bahachuuf nama gibira walitti qabu waliin walitti dhiyeenyaan hojjaachuu, kabaja malu kennuu fi daldaaltota gibira dhoksan fi hin raawwanne irratti tarkaanfii fudhachuun dirqama isaanii bahuu akka qabana waliif gallerra.
- Category
- music